App search

Seenaa Iisaa (Iyyasus)

com.seenaa_iisaa_iyyasus
Education Free Contains ads Everyone Open on Google Play
50,000+
installs · ≈75K
—
0 ratings
2022-09-10
first release
2025-01-18
last update

Description

Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha. App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira. Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa: - Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa. - Iisaan (Iyyasuus) siree daa’imummaa keessaa yommuu dubbatu - Dhugaan Yommuu Ifa bahu. - Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu. - Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe. - Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti - Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu’uu Agarsiisan. - Maaliif Iisaan qofti akka bu’uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee? - Adabbii Namoota “Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii.

Details

Version9.0
Minimum Android version5.0
Reviews0
Developer websitekeenyaa.com
Available inworldwide (242)
Developer contactson the Business plan
Collected2026-10-31

This data in the API

The full record in JSON costs 1 credit.

curl -H "X-API-Key: YOUR_KEY" \
  "https://apkapi.com/api/v1/app?id=com.seenaa_iisaa_iyyasus"