App search

Seenaa Anbiyootaa

com.seenaa_anbiyootaa.myapp
Education Free Contains ads Everyone Open on Google Play
100,000+
installs · ≈124K
★ 4.42
461 ratings
2021-02-15
first release
2026-09-09
last update

Description

Seenaa Anbiyootaa 25 bifa sagaleetiin qophaa'e.

Mosaajiin kun seenaa Anbiyoota 25 Qur’aana keessatti eeraman bifa sagalee (audio) qulqulluu ta’een of keessatti qabatee jira. Seenaawwan kunniin barsiisaa beekamaa Ustaaz Muusaa Huseeniin kan qophaa’an yoo ta’u, akka dhaggeeffattootaaf salphatutti bifa namatti toluun dhihaateera. Amaloota Mosaajichaa: ● Seenaa Anbiyoota 25: Seenaa guutuu Nabi Aadam irraa hanga Nabi Iisaatti (A.S). ● Sagalee Qulqulluu: Sagalee qulqullina qabuun kan waraabame. ● Salphaa fi Mijataa: Akka salphaatti seenaa barbaaddan filattanii dhaggeeffachuuf kan gargaaru. ● Offline fi Online: Seenaawwan tokko tokko offline kan hojjatan yoo ta'u, kaan immoo intarneetaan kan hojjataniidha.

Rating distribution

5★345
4★38
3★38
2★0
1★38

Details

Version12.0
Minimum Android version7.0
Reviews2
Developer websitekeenyaa.com
Available inworldwide (242)
Developer contactson the Business plan
Collected2026-10-31

This data in the API

The full record in JSON costs 1 credit.

curl -H "X-API-Key: YOUR_KEY" \
  "https://apkapi.com/api/v1/app?id=com.seenaa_anbiyootaa.myapp"