App search

Naamusa Islaamaa

com.naamusa_islaamaa
Social Free Contains ads Everyone Open on Google Play
50,000+
installs · ≈62K
—
0 ratings
2022-08-22
first release
2025-01-18
last update

Description

Naamusoota Islaamaa ijoo fi jajjaboo

App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan of keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira. kanaafuu; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna. - Naamusa salaamtaa - Naamusa teessumaa - Naamusa kadhaa Rabbii - Naamusa nyaataaf dhugaatii - Naamusa hirriibaa - Naamusa karaa deemsaa Nabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seentan hanga amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu tessanitti" Muslimtu galmeesse.

Details

Version7.0
Minimum Android version5.0
Reviews0
Developer websitekeenyaa.com
Available inworldwide (242)
Developer contactson the Business plan
Collected2026-10-31

This data in the API

The full record in JSON costs 1 token.

curl -H "X-API-Key: YOUR_KEY" \
  "https://apkapi.com/api/v1/app?id=com.naamusa_islaamaa"