App search

Gorsa Afurtama

com.gorsa_afurtama
Education Free Contains ads Everyone Open on Google Play
50,000+
installs · ≈69K
—
0 ratings
2022-08-21
first release
2025-01-18
last update

Description

Gorsa Afurtama kan ittiin mana sirreessan

App kana keessatti gorsa afurtama (40) kan ittiin mana sirreessan kan mana hundaaf haalaan barbaachisaa taheetu qophaayee jira. Yaa nama gaarii dubbiftu! deebiin kee kunooti. Gorsa sagantaa kanaan wal ilaallatutu jira; Rabbiin ittiin fayyaduufi qabsoon ilmaan Islaamaa bifa haaraadhaan ergaa mana Muslimaa haaromsuu kaasee erguutu kajeelama. Gorsoonni kun waa lama irra naanna’a: wantoota bu’a qabeessa argamsiisuudha; inni immoo gaariitti ajajuudha. Yookiin immoo badii dhabamsiisuudha; inni immoo waan dhorgamaa ta’e deemsisuudha.

Details

Version11.0
Minimum Android version5.0
Reviews0
Developer websitekeenyaa.com
Available inworldwide (242)
Developer contactson the Business plan
Collected2026-10-30

This data in the API

The full record in JSON costs 1 credit.

curl -H "X-API-Key: YOUR_KEY" \
  "https://apkapi.com/api/v1/app?id=com.gorsa_afurtama"