App search

Adaba Guyyaa Cidhaa

com.adaba_guyyaa_cidhaa
Education Free Contains ads Everyone Open on Google Play
10,000+
installs · ≈26K
—
0 ratings
2021-06-01
first release
2025-02-19
last update

Description

Adaba Guyyaa Cidhaa Hadiisa Nabiyyii irraa

Adaba Guyyaa Cidhaa Hadiisa Rasuulaa irraa, Fuudha fii Heerumni waan Rabbiin karaa godhe. Sunnaa Anbiyootaati. Halaalaan waliti dhufanii wajjiin jiraachuun Ilmaan namaa adunyaa tanarratti akka heddumataanii fii akka gosaa fii abbaan namni wal beekaa jiraatu godha. Namni tokko intala hin beeyne takkaan walitti dhufee Rabbiin jaalala jidduutti darbee ilmaan horanii haadha abaluu fii abbaa abaluu tahan. Hoggaa sunnaan walitti dhufan daran barakaa argatan. Amantiin Islaamaa amantii guutuudha. Waan irraa hin dubbatinii fii itti nama hin qajeelchin hin qabdu. Namni tokko fuudhee Jaartii Isatti yoo seenuu fedhe maal akka godhuu qabu ibsitee lafa keeysee jirti.  Adaba Guyyaa Cidhaa irraa. Adaba Guyyaa Cidhaa Hadiisa Rasuulaa irraa

Details

Version5.0
Minimum Android version5.0
Reviews0
Developer websitekeenyaa.com
Available inworldwide (242)
Developer contactson the Business plan
Collected2026-10-31

This data in the API

The full record in JSON costs 1 credit.

curl -H "X-API-Key: YOUR_KEY" \
  "https://apkapi.com/api/v1/app?id=com.adaba_guyyaa_cidhaa"